Jiraattonni waldhibee namoota siyaasaa gidduu qondaalonni waraanaa seenuun isaanii haalichi gara walitti bu'iinsatti geessuu mala jechuun yaaddoo qabu.
Meerkuriin pilaanetota biroo jaha kan duraanuu mul'taa jiranitti makamuun pilaanetota torba tarree galanii arguuf jirra jedhu ...
Bu’aan gabaasa odiitii kanaa mala hordoffii fi to’annoo cimaa faayinaansii hundeessuun murteessaa ta’e kan mul’isu yoo ta’u keessumaa aanga’oonni moootummaa itti gaafatamummaa mirkaneessuuf cimsanii ...